
Hawaasa Yuunivarsiitii Naannoo Oromiyaa Hundaaf:
Waamicha deeggarsaa Mootummaan Naannoo Oromiyaa taasise bu’uura godhachuun, “Otuu nuti jirru ummanni keenya beelaan miidhamuu hinqabu!” jechuun Ummata Booranaa balaa hongeetiin miidhamaa jiru deeggaruuf miindaa ji’aa guutuu kennuun yuunivarsiitiin keenyaa deeggarsa qarshii mil.3.5 akka gumaachu waan taasiftaniif galatoomaa jechuu barbaada.
Undefined