Skip to content Skip to navigation

Yuunivarsiitiin Naannoo Oromiyaa hojjattoota ofiitiif qajeelfamoota Biiroo Pabliik Sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa Oromiyaatiin bahan irratti leenjii kennaa jira.Ammajjii 30,2015 YNO

Leenjiin kenamaa jiru qajeelfama madaallii raawwii hojii hojjattotaa fi qajeelfama raawwii hooggansa qabeenya namaa manneen hojii Mootummaa Naannoo Oromiyaa fooyyessuuf bahe irratti kan xiyyeeffateedha.

Daayireektarri Qabeenya Misooma Namaa Yuunivarsiitii Naannoo Oromiyaa Obbo Fayyisoo Gammachuu, gabaasa madaallii raawwii karooraa hojii irratti hubannoo gahaa akka argataniif kan kaayyeeffate ta'uu ibsaniiru.

Hojjattoonni Yuunivarsiitichaa galma gahiinsa qajeelfamoota mootummaan baasuuf gahee isaanii bahuu akka qabanis dhaamaniir

English

Yuunivarsiitiin Naannoo Oromiyaa hojjattoota ofiitiif qajeelfamoota Biiroo Pabliik Sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa Oromiyaatiin bahan irratti leenjii kennaa jira

x

Error message

Deprecated function: Required parameter $langcode follows optional parameter $path in include_once() (line 1442 of /home3/osuethio/public_html/includes/bootstrap.inc).