Skip to content Skip to navigation

Oromia State University has graduated 4192 students in Batu city warmly.

 Yuunivarsiitiin Naannoo Oromiyaa Barattoota 4192 ta'an guyyaa 22/5/2013 haala hoo'aa ta'een magaalaa Baatuutti eebbisiiseera.

 Barnoonni hundee buu'uura guddinaatii kan jedhan Af-Yaa'iin Caffee Oromiyaa Addee Loomii Badhoo, ogummaa argataniin lammii tajaajiluu akka qaban dhaamaniiru.

Sagantaa eebbaa irratti argamuun ergaa kan dabarsan sadarkaa ministeeraatti qindeessaa wirtuu dagaagina diimookraasii Dr Alamuu Simee,ifaajeefi bu'aa bahii heddu keessa darbuudhaan guyyaa milkii kanaaf baga geettan jedhaniiru. 

Barattoota kuma 11 ol buufataalee Oromiyaa gara garaatti barsisaa ture keessaa guyyaa hardhaatti 4192 sagantaalee gara garaatiin eebbisisaa jiraachuu Pireezidaantiin Yuunivarsiitii Naannoo Oromiyaa Dr.Gammachuu Araarsaa himaniiru.

            

 

latest news: 
OSU MAPs ABOUT REGISTRAR CONTACT US FOLLOWS US VISITOR COUNTER

About Registration Office

Tel:+251461410540

 

          

website hit counter
Programmes P.O.Box: 209(Batu)
                    
Admission

Website:-www.osu.edu.et

             
Tuition Fee mail:osuwebmaster@osu.edu.et
           
 
Academic Calendar Fax:+25146 141 2188

   

 
Contact Registrar Office Email: osupr2018@gmail.com
   
 

Oromia State University © 2019 | www.osu.edu.et