Skip to content Skip to navigation
Yuunivarsiitiin Naannoo Oromiyaa aramaa bocee Hara Dambal irratti babaldhataa jiru gara Xaa'oofi ogummaa harkaa(Handcraft)jijjiiruuf dandeessisu irratti Embaasii Indooneezhiyaa Waliin guyyaa hardhaa leenjii dargaggootaaf kennuu ifatti jalqabsiise. Pirojeektii aramaa bocee gara xaa'oo fi baayoo gaazitti akkasumas ogummaa harkaatti jijjiiruu danda'amuu irratti leenjii Ogeessa dhimma kanaa biyya Indooneesiyaa yuunvarsiitii Sriwijaya irraa Dr Mulawarman fiduun iddoo Ambaasaadarri Indoneezhiyaa Albusyra Basnur fi pireezidaantiin Yuunivarsiitii Naannoo Oromiyaa Dr Garramuu Hulluuqaa akkasumas keessummoonni dhaabbileefi biirolee gara garaa irraa waamichi taasifameefitti jalqabsiisee jira.
English

Fulbaana 9/2015