Skip to content Skip to navigation

Ergama (Mission) Yuunivarsiitiin Naannoo Oromiyaa dandeettii raawwachiisummaa Paablik Sarvisii (hojjataa, hoggansaa fi jaarmiyaalee) Naannoo Oromiyaa fi humnoota misoomaa biroo cimsuuf riiformii hunda-qabeessa (comprehensive reform); qorannoo fi qu’annoo rakkina qabatamaa furuu danda’an; tajaajila gorsaa bu’aa qorannoo irraatti hundaa’e; leenjii hanqina gahumsaa guutuu danda’u; barnoota fedhii irraatti hundaa’e fi qulqullina qabu gaggeessuu/kennuu irraatti xiyyeeffatee hojjeta.

Mul’ata (Vision):

Bara 2022tti Paablik Sarvantii/hojjataa gahumsa barbaachisaa (beekumsa, ogummaa fi naamusa) goonfatee fi raawwiin hojii isaa ol’aanaa ta’e, hoggansa haala sirnaawaa fi tarsiimowaa ta’een

hogganuu fi bu’aa qabatamaa fiduu danda’u; jaarmiyaalee jijjiirama waliin deemuu danda’an fi ergama itti kenname gahumsaan galmaan gahuu danda’an Naannoo Oromiyaa keessatti dhugoome arguu.

Falaasama (philosophy):

Tajaajiltoota gahoomsu, gaggeessitoota qajeelchuuf, jarmiyaalee ceesisuuf kutannoon ni hojjanna!

English

Ergama, Mul’ataa fi Falaasama Yuunivarsiitii Naannoo Oromiyaa

x

Error message

Deprecated function: Required parameter $langcode follows optional parameter $path in include_once() (line 1439 of /home3/osuethio/public_html/includes/bootstrap.inc).